top of page

ABBAA-IRREEFFANNAA AANGOO MAATII

Yoo ati qabamte, hidhamte, yookaan biyya irraa ari’amte ta’e eenyu akka ijoollee kee kunuunsu filachuuf Foormii kana guutiPDF foormii kanaa meeshaa kee irratti ni bu’a. Websaayitiin kun odeeffannoo dhuunfaa kee hin kuusu

Tarree Hojii

4. Galmee jalqabaa nama ijoollee kee eeguuf filatte ykn egduu daa’iman keetiif kenni

AKEEKKACHIISA: FOORMII KANA GUUTUUN YOOKAAN WEBSAAYITI KANA FAYYADAMUUN WALITTI DHUFEENYA ABUKAATOO FI MAAMILAA HIN UUMU. MIRGA KEETII FI DHIMMA IJOOLEE KEE ILAALECHISEE ABUKAATOO WALIIN MARI’ACHUUN NI GORSINA. 

bottom of page